LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 “Ani Xiyoon+ isa gaara koo isa qulqulluu taʼe irratti,

      Mootii koo muudeera”+ jedha.

  • Isaayyaas 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Mucaan nuuf dhalateera,+

      Ilmi nuuf kennameera;

      Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+

      Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama.

  • Ermiyaas 23:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+

  • Miikiyaas 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Yaa Beetaliheem Efraataa+

      Ishii kumaatama* Yihudaa gidduutti baayʼee xinnoo taate nana,

      Inni Israaʼel irratti bulchaa taʼu,

      Inni maddi isaa kan bara durii taʼee fi bara dheeraa dura ture si keessaa anaaf ni baʼa.+

  • Luqaas 1:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Inni guddaa ni taʼa;+ Ilma Isa Hundaa Olii ni jedhama;+ Yihowaanis* teessoo abbaa isaa Daawit isaaf ni kenna;+

  • Hojii Ergamootaa 5:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Sabni Israaʼel akka yaada geddaratuu fi dhiifama cubbuu akka argatuuf,+ Waaqayyo Bakka Buʼaa Isa Guddaa+ fi Fayyisaa+ godhee mirga isaatti ol isa kaaseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi