Isaayyaas 60:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo sanatti ati kana argitee ni gammadda,+Onneen kee ni dhaʼata, baayʼees ni gammada,Sababiin isaas, qabeenyi galaanaa gara keetti ni fidama;Badhaadhinni sabootaas gara kee ni dhufa.+ Isaayyaas 61:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Isin garuu, luboota Yihowaa jedhamtanii ni waamamtu;+Isaanis tajaajiltoota Waaqa keenyaa jedhanii isin waamu. Isin qabeenya sabootaa ni nyaattu,+Ulfina* isaaniitiin kan kaʼes ni boontu.
5 Yeroo sanatti ati kana argitee ni gammadda,+Onneen kee ni dhaʼata, baayʼees ni gammada,Sababiin isaas, qabeenyi galaanaa gara keetti ni fidama;Badhaadhinni sabootaas gara kee ni dhufa.+
6 Isin garuu, luboota Yihowaa jedhamtanii ni waamamtu;+Isaanis tajaajiltoota Waaqa keenyaa jedhanii isin waamu. Isin qabeenya sabootaa ni nyaattu,+Ulfina* isaaniitiin kan kaʼes ni boontu.