-
Faarfannaa 79:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Olloota keenya duratti warra arrabsaman taaneerra;+
Namoonni naannoo keenyaa nutti qoosu, nutti kolfus.
-
-
Faaruu Ermiyaas 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Warri karicha irra darban hundi qoosaadhaan harka isaanii si irratti walitti rurrukutu.+
-
-
Faaruu Ermiyaas 3:61, 62Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
61 Yaa Yihowaa, arrabsoo isaanii fi mala isaan na irratti qopheessan hundumaa,+
62 Dubbii warra na mormanii, akkasumas guyyaa guutuu na irratti asaasuu isaanii dhageesseetta.
-