LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “‘Inni aarsaa gubamu kan dhiheessu loon keessaa yoo taʼe, jibicha mudaa hin qabne haa dhiheessu.+ Jibicha kana fedhii isaatiin+ balbala dunkaana walgaʼii biratti Yihowaa duratti haa dhiheessu.

  • Leewwota 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Horiin aarsaa gubamu taʼee dhihaatu sun gogaan isaa irraa haa baafamu; achiis haa kukkutamu.+

  • Leewwota 8:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Museen korbeessa hoolaa sana buusaa buusaa isaatti kukkutee mataan isaa, buusaawwan isaa fi moorri isaa* akka aaru godhe.

  • Hisqiʼel 43:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis inni akkana naan jedhe: “Yaa ilma namaa, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Aarsaawwan guutummaatti gubaman akka isa irratti dhihaatanii fi dhiigni akka isa irratti facaafamuuf, iddoon aarsaa yommuu tolfamu qajeelfamni hordofamuu qabu kana dha.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi