LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 1:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 biyya Kaladootaa+ keessatti laga Kebaar biratti dubbiin Yihowaa gara Hisqiʼel* ilma Buzii lubichaa ni dhufe. Achitti harki Yihowaa isa irratti ni dhufe.+

      4 Utuman ilaalaa jiruus, bubbee cimaan+ tokko kaaba irraa yommuu dhufu nan arge; duumessi guddaanii fi ibiddi*+ ifa cimaadhaan marfame jira ture; ibiddicha gidduudhaas wanti sibiila calaqqisu* fakkaatu tokko ni baʼe.+

  • Hisqiʼel 3:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Kanaafuu, kaʼee gara dirree sulula keessa jiru sanaa nan dhaqe; kunoo, ulfinni Yihowaa inni akka ulfina ani laga Kebaar biratti arge+ sanaa fakkaatu achi jira ture;+ anis adda kootiin nan gombifame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi