Isaayyaas 6:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Bara Ooziyaan Mootichi duʼetti,+ Yihowaan teessoo dheeraa fi ol kaʼaa taʼe irra taaʼee nan arge;+ fiixeen uffata isaatiis mana qulqullummaa guutee ture. Ermiyaas 3:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yeroo sanatti isaan Yerusaalemiin teessoo Yihowaa jedhanii ni waamu;+ saboonni hundis maqaa Yihowaatiif ulfina kennuuf Yerusaalemitti walitti ni qabamu;+ isaan kana booda didaa taʼuudhaan garaa isaanii isa hamaa duukaa hin buʼan.” Hisqiʼel 1:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos*+ taʼe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture.+ Teessoo ol gubbaa jiru sana irras bifti isaa nama kan fakkaatu tokko taaʼee ture.+
6 Bara Ooziyaan Mootichi duʼetti,+ Yihowaan teessoo dheeraa fi ol kaʼaa taʼe irra taaʼee nan arge;+ fiixeen uffata isaatiis mana qulqullummaa guutee ture.
17 Yeroo sanatti isaan Yerusaalemiin teessoo Yihowaa jedhanii ni waamu;+ saboonni hundis maqaa Yihowaatiif ulfina kennuuf Yerusaalemitti walitti ni qabamu;+ isaan kana booda didaa taʼuudhaan garaa isaanii isa hamaa duukaa hin buʼan.”
26 Wanta diriiraa mataa isaaniitii olitti argamu sana gubbaa wanti akka dhagaa safiroos*+ taʼe tokko jira ture; innis teessoo fakkaata ture.+ Teessoo ol gubbaa jiru sana irras bifti isaa nama kan fakkaatu tokko taaʼee ture.+