LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 29:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Saba Israaʼel gidduu nan jiraadha; Waaqa isaaniis nan taʼa.+

  • Faarfannaa 68:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isin fiixeewwan gaarotaa hinaaffaadhaan

      Gara gaara Waaqni bakka jireenyaa isaa akka taʼu filatetti* maaliif ilaaltu?+

      Dhugumaan, Yihowaan bara baraaf achi ni jiraata.+

  • Faarfannaa 132:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Kun bara baraaf iddoo boqonnaa koo ti;

      Fedhii koo waan taʼeef, as nan jiraadha.+

  • Yooʼel 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Isinis ani Waaqa keessan Yihowaa isa Xiyoon gaara koo ishii qulqulluu irra jiraatu+ taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.

      Yerusaalem iddoo qulqulluu ni taati,+

      Kana booda namoonni biyya ormaa* ishii keessa hin darban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi