LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 23:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 “Israaʼelotaan akkana jedhi: ‘Guyyaa 15ffaa jiʼa torbaffaa kanaa irraa jalqabee guyyaa torbaaf Yihowaadhaaf Ayyaanni Daasii* ni kabajama.+

  • Keessa Deebii 16:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Oobdii kee, akkasumas bakka zayitii fi wayinii kee itti cuunfitu irraa oomisha kee yommuu galfattu guyyaa torbaaf Ayyaana Daasii* kabaji.+

  • 2 Seenaa Baraa 7:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yeroo sanatti Solomoon guutummaa Israaʼel, jechuunis gumii guddaa biyya Lebo Hamaatii* hanga Laga Gogaa* Gibxiitti+ argamu irraa dhufee wajjin guyyaa torbaaf ayyaanicha ni ayyaaneffate.+

  • Zakkaariyaas 14:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Saboota Yerusaalem irratti kaʼan hundumaa keessaa warri hafan hundi Mootichaaf, jechuunis Yihowaa Gooftaa Raayyaatiif sagaduu*+ fi Ayyaana Daasii* kabajuuf+ waggaa waggaadhaan ol ni baʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi