-
Hisqiʼel 45:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Kana keessaa iddoo dheerinni isaa dhundhuma 25,000, dalgi isaa immoo dhundhuma 10,000 taʼe ni safarta; isa keessas iddoon qulqulluun, jechuunis iddoon hundumaa caalaa qulqulluu taʼe ni jiraata. 4 Kunis biyyattii keessaa luboota tajaajiltoota iddoo qulqulluu taʼanii fi Yihowaa tajaajiluuf dhihaatan+ sanaaf qooda qulqulluu ni taʼa.+ Iddoon kun mana isaaniitiif, akkasumas iddoo qulqulluu mana qulqullummaa sanaaf ni taʼa.
-