2 Seenaa Baraa 36:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Mana Waaqa dhugaa ni gube;+ dallaa Yerusaalem ni diige;+ masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan hundumaas ibiddaan ni gube; wantoota gatii guddaa qaban hundumaas ni balleesse.+ Faaruu Ermiyaas 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Diinni harka isaa qabeenya ishii hundumaa irra kaaʼateera.+ Sababiin isaas, ishiin saboonni warri ati gumii kee keessa seenuu akka hin qabne ajajje sun,Yommuu iddoo qulqulluu ishii keessa seenan argiteetti.+
19 Mana Waaqa dhugaa ni gube;+ dallaa Yerusaalem ni diige;+ masaraawwan ishii warra ciccimoo taʼan hundumaas ibiddaan ni gube; wantoota gatii guddaa qaban hundumaas ni balleesse.+
10 Diinni harka isaa qabeenya ishii hundumaa irra kaaʼateera.+ Sababiin isaas, ishiin saboonni warri ati gumii kee keessa seenuu akka hin qabne ajajje sun,Yommuu iddoo qulqulluu ishii keessa seenan argiteetti.+