Leewwota 26:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Bineensota bosonaa isin gidduutti nan erga;+ isaanis ijoollee malee isin hambisu;+ beeladoota keessan isin jalaa fixu; lakkoofsa keessan ni xiqqeessu; daandiiwwan keessanis ona ni taʼu.+ Ermiyaas 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Balaawwan afur* isaan irratti nan ajaja;+ akka ajjeesuuf goraadee, harkisanii akka gataniif saroota, akkasumas akka nyaatanii fi akka balleessaniif allaattiiwwan samii fi bineensota lafaa nan ajaja.+
22 Bineensota bosonaa isin gidduutti nan erga;+ isaanis ijoollee malee isin hambisu;+ beeladoota keessan isin jalaa fixu; lakkoofsa keessan ni xiqqeessu; daandiiwwan keessanis ona ni taʼu.+
3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Balaawwan afur* isaan irratti nan ajaja;+ akka ajjeesuuf goraadee, harkisanii akka gataniif saroota, akkasumas akka nyaatanii fi akka balleessaniif allaattiiwwan samii fi bineensota lafaa nan ajaja.+