Isaayyaas 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Magaalaan amanamtuu turte+ akkam sagaagaltuu taate!+ Ishii keessa haqni guutee ture;+Qajeelummaan ishii keessa jiraata ture,+Amma garuu warra nama ajjeesantu ishii keessa jiraata.+ Ermiyaas 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Bara Yosiyaas+ Mootichaatti Yihowaan akkana naan jedhe: “‘Wanta Israaʼel ishiin amanamtuu hin taane raawwatte argiteettaa? Ishiin gaara ol kaʼaa hundumaa gubbaattii fi muka lalisaa hundumaa jalatti sagaagalummaa raawwachuuf ni deemte.+
21 Magaalaan amanamtuu turte+ akkam sagaagaltuu taate!+ Ishii keessa haqni guutee ture;+Qajeelummaan ishii keessa jiraata ture,+Amma garuu warra nama ajjeesantu ishii keessa jiraata.+
6 Bara Yosiyaas+ Mootichaatti Yihowaan akkana naan jedhe: “‘Wanta Israaʼel ishiin amanamtuu hin taane raawwatte argiteettaa? Ishiin gaara ol kaʼaa hundumaa gubbaattii fi muka lalisaa hundumaa jalatti sagaagalummaa raawwachuuf ni deemte.+