Isaayyaas 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata. Ermiyaas 23:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+
5 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, guyyaan ani Daawitiif latii* qajeelaa itti kaasu ni dhufa.+ Mootiin ni bulcha;+ inni hubannaa ni argisiisa; biyyattii keessattis haqaa fi qajeelummaa ni raawwachiisa.+