-
Baʼuu 6:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Akka saba kootti isin nan simadha; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isinis ani Waaqa keessan Yihowaa isa baʼaa Gibxii jalaa isin baasu taʼuu koo dhugumaan ni beektu. 8 Kana malees biyya ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobiif kennuuf kakadhetti* isin nan galcha; isas dhaalaan isiniif nan kenna.+ Ani Yihowaa dha.’”+
-