-
Leewwota 18:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Isin akka isaan biyya Gibxii isa isin keessa jiraachaa turtan keessatti raawwatan sanaatti hin raawwatinaa; akkasumas isin wanta isaan biyya Kanaʼaan isa ani itti isin galchu keessatti raawwatan sana hin raawwatinaa.+ Akka dambiiwwan isaaniittis hin deddeebiʼinaa.
-
-
Keessa Deebii 29:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 (Sababiin isaas, isin biyya Gibxii keessa akkamitti akka jiraannee fi imala keenya irratti akkamitti saboota adda addaa gidduu akka darbine akka gaariitti beektu.+ 17 Kana malees, isin wantoota jibbisiisoo isaanii fi waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo* taʼan+ kanneen muka, dhagaa, meetii fi warqii irraa tolfaman warra isaan gidduu turan ni argitu turtan.)
-