Abbootii Murtii 10:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Gara waaqolii filattan sanaa dhaqaatii gargaarsaaf isaanitti iyyadhaa.+ Yeroo dhiphina keessaniitti isaan isin haa oolchan.”+ Faarfannaa 81:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, garaa isaanii isa didaa duukaa akka buʼan isaan nan dhiise;Wanta sirrii akka taʼe yaadanis ni raawwatan.*+
14 Gara waaqolii filattan sanaa dhaqaatii gargaarsaaf isaanitti iyyadhaa.+ Yeroo dhiphina keessaniitti isaan isin haa oolchan.”+
12 Kanaafuu, garaa isaanii isa didaa duukaa akka buʼan isaan nan dhiise;Wanta sirrii akka taʼe yaadanis ni raawwatan.*+