LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 79:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa Waaqa fayyinaa keenya,+

      Maqaa kee isa ulfina qabeessa taʼeef jedhiitii nu gargaari;

      Maqaa keetiif jedhiitii nu oolchi, cubbuu keenyas nuuf dhiisi.*+

  • Hisqiʼel 36:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Kanaafuu, mana Israaʼeliin akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Yaa mana Israaʼel, ani tarkaanfii kanan fudhadhu isiniif jedhee miti; kanaa mannaa, maqaa koo isa qulqulluu isa isin saboota gara isaanii dhaqxan sana gidduutti xureessitaniif jedheeni.”’+ 23 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani maqaa koo isa guddaa isa saboota gidduutti xureeffame, isa isin isaan gidduutti xureessitan dhugumaan nan qulqulleessa;+ yommuun isin gidduutti qulqulluu taʼuu koo ija isaanii duratti argisiisuttis, saboonni ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi