LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Iddoowwan waaqeffannaa keessan warra ol kaʼoo nan balleessa;+ iddoowwan aarsaa ixaanaa keessan nan jijjigsa; reeffa keessan, reeffa waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo* taʼanii irratti nan tuula;+ isin jibbees isin irraa nan garagala.+

  • Hisqiʼel 23:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Isaan ejja* raawwataniiru;+ harka isaanii irras dhiigatu jira. Isaan waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼanii wajjin ejja raawwachuu qofa utuu hin taʼin, ilmaan isaanii warra anaaf daʼan sanas waaqolii tolfamoo isaaniitiif nyaata akka taʼaniif ibiddaan gubaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi