-
Hisqiʼel 16:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 ani michoota kee warra ati gammachiiste hundumaa, warra ati jaallatte hundumaas taʼe warra jibbite hundumaa walitti nan qaba. Bakka hundumaa irraa walitti qabee sitti isaan nan fida; qullaa kees isaanitti nan mulʼisa, isaanis guutummaatti qullaa taatee si argu.+
-
-
Anbaaqom 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Isaan mana kan isaanii hin taane fudhachuuf,
Lafa balʼaa keessa ni fiigu.+
-