2 Gibxiidhaaf,+ jechuunis raayyaa waraanaa Faraʼoon Nekoo+ mootii Gibxii isa Laga Efraaxis biratti argamuu fi Yehoyaaqiim+ ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti Nebukadnezaar mootiin Baabilon Kaarkemiishitti injifate sana ilaalchisee dubbiin dhufe isa kana: