LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 30:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Harka Nebukadnezaar* mootii Baabiloniin raayyaa Gibxii nan balleessa.+ 11 Innii fi loltoonni isaa warri saboota hundumaa caalaa gara jabeeyyii+ taʼan biyyattii balleessuuf ni dhufu. Isaan Gibxii irratti goraadee isaanii luqqifatanii biyyattii reeffaan ni guutu.+

  • Anbaaqom 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Kunoo, ani Kaladoota,+

      Saba gara jabeessaa fi miiraan oofamu nan kaasa.

      Isaan mana kan isaanii hin taane fudhachuuf,

      Lafa balʼaa keessa ni fiigu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi