Isaayyaas 40:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Inni akkuma tikseetti bushaayee isaa ni kunuunsa.*+ Hoolota xobbaallaa irree isaatiin walitti ni qaba,Qoma isaattis isaan ni baata. Warra ilmoolee isaanii hoosisan suuta jedhee ni oofa.+ Ermiyaas 23:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 “Achiis hoolota koo warra hafan biyyoota ani itti isaan bittinneesse hundumaa irraa walitti nan qaba;+ gara kaloo isaaniitti isaan nan deebisa;+ isaanis ni horu, ni baayʼatus.+
11 Inni akkuma tikseetti bushaayee isaa ni kunuunsa.*+ Hoolota xobbaallaa irree isaatiin walitti ni qaba,Qoma isaattis isaan ni baata. Warra ilmoolee isaanii hoosisan suuta jedhee ni oofa.+
3 “Achiis hoolota koo warra hafan biyyoota ani itti isaan bittinneesse hundumaa irraa walitti nan qaba;+ gara kaloo isaaniitti isaan nan deebisa;+ isaanis ni horu, ni baayʼatus.+