Yohaannis 10:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani tiksee gaarii dha;+ tiksee gaariin hoolota isaatiif jedhee lubbuu isaa dabarsee ni kenna.+ Ibroota 13:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waaqni nagaa inni tiksee hoolotaa isa guddicha+ jechuunis, Gooftaa keenya Yesuusiin dhiiga kakuu bara baraa wajjin duʼaa kaase, 1 Pheexiros 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Dura buutuun tiksitootaa+ yommuu mulʼifamu, gonfoo ulfinaa isa badaa hin deemne argattu.+ Mulʼata 7:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 sababiin isaas, Hoolichi+ inni teessicha gidduu jiru isaan ni tiksa;+ gara burqaa bishaan jireenyaattis+ isaan ni geessa. Waaqayyos imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa.”+
20 Waaqni nagaa inni tiksee hoolotaa isa guddicha+ jechuunis, Gooftaa keenya Yesuusiin dhiiga kakuu bara baraa wajjin duʼaa kaase,
17 sababiin isaas, Hoolichi+ inni teessicha gidduu jiru isaan ni tiksa;+ gara burqaa bishaan jireenyaattis+ isaan ni geessa. Waaqayyos imimmaan hundumaa ija isaanii irraa ni haqa.”+