Faarfannaa 139:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Dukkanni illee siif dukkana miti,Kanaa mannaa, halkan akkuma guyyaatti ni ifa;+Dukkanni siif akkuma ifaa ti.+ Ibroota 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+
12 Dukkanni illee siif dukkana miti,Kanaa mannaa, halkan akkuma guyyaatti ni ifa;+Dukkanni siif akkuma ifaa ti.+
13 Uumamni ija isaa jalaa dhokatu tokko illee hin jiru;+ kanaa mannaa, wanti hundi ija isa nu gaafatu sanaa duratti qullaa fi ifatti kan saaxilame dha.+