LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 27:5-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 ‘Humna koo isa guddaa fi irree koo isa diriirfameen lafa, ilmaan namootaa fi bineensota lafa irra jiran kan uume ana dha; isas naman barbaadeef* kenneera.+ 6 Ammas ani biyyoota kana hundumaa tajaajilaa koo kan taʼe Nebukadnezaar mootii Baabiloniif kenneera;+ akka isa tajaajilaniif bineensota bosonaa illee isaaf kenneera. 7 Hamma yeroon biyyi isaa itti kufu gaʼutti, jechuunis hamma saboonni hedduunii fi mootummoonni guguddaan isa garboomfatanitti,+ saboonni hundi isa, ilma isaa fi ilma ilma isaa ni tajaajilu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi