LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 58:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 58 “Iyyaatii waamaa; of hin qusatinaa!

      Akka xurumbaatti sagalee keessan ol kaasaa.

      Saba kootti fincila isaanii,+

      Mana Yaaqoobittis cubbuu isaanii beeksisaa.

  • Ermiyaas 1:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis Yihowaan harka isaa diriirsee afaan koo tuqe.+ Sana booda Yihowaan akkana naan jedhe: “Ani dubbii koo afaan kee keessa kaaʼeera.+ 10 Kunoo, ani harʼa sabootaa fi mootummoota irratti ol aantummaa akka qabaattu, akka buqqistuu fi akka jigsitu, akka balleessituu fi akka diigdu, akka ijaartuu fi akka dhaabduuf si muudeera.”+

  • Hisqiʼel 3:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kunoo, ani fuulli kee akkuma fuula isaanii jabaa akka taʼu, addi kees akkuma adda isaanii jabaa akka taʼu godheera.+ 9 Adda kee akkuma almaazii godheera; dhagaa jabaa caalaas cimaa godheera.+ Isaan finciltoota waan taʼaniif, isaan hin sodaatin yookiin fuulli isaanii si hin naasisin.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi