Uumama 28:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe: “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+ Uumama 28:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture.
13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe: “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+
19 Innis iddoo sana Beetel* jedhee moggaase; sana dura garuu maqaan magaalaa sanaa Luuz+ jedhama ture.