2 Mootota 17:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Isaan ajajawwan Waaqa isaanii Yihowaa hunda ni dhiisan; siidaawwan jabbilee lama sibiila irraa* ni tolchan;+ utubaa waaqeffannaa*+ tokkos ni hojjetan; guutummaa raayyaa samiitiif ni sagadan;+ Baʼaaliinis ni tajaajilan.+ Hoseʼaa 11:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Hammuma isaan* isaan waaman,caalaatti isaan irraa ni fagaatan.+ Fakkiiwwan Baʼaaliif aarsaa dhiheessuu isaanii ittuma fufan,+Fakkiiwwan bocamaniifis aarsaa ni dhiheessan.+
16 Isaan ajajawwan Waaqa isaanii Yihowaa hunda ni dhiisan; siidaawwan jabbilee lama sibiila irraa* ni tolchan;+ utubaa waaqeffannaa*+ tokkos ni hojjetan; guutummaa raayyaa samiitiif ni sagadan;+ Baʼaaliinis ni tajaajilan.+
2 Hammuma isaan* isaan waaman,caalaatti isaan irraa ni fagaatan.+ Fakkiiwwan Baʼaaliif aarsaa dhiheessuu isaanii ittuma fufan,+Fakkiiwwan bocamaniifis aarsaa ni dhiheessan.+