LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 11:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isaan karaa dhihaatiin irraan gadeewwan* Filisxeemotaa irratti saffisaan gad ni buʼu;

      Waliin taʼaniis saba gara Bahaa ni saamu.

      Isaan Edoomii+ fi Moʼaab+ irratti harka* isaanii ni kaasu,

      Amoononnis isaaniif ni bitamu.+

  • Amoos 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Ani jiraattota Ashdoodii+ fi

      Isa Ashqaloon+ keessa taaʼee bulchu* sana nan balleessa;

      Harka koo Eqroon+ irratti nan kaasa,

      Filisxeemonni hafanis ni dhumu”+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.’

  • Amoos 9:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 ‘Guyyaa sanatti ani daasii* Daawit isa jige ol nan kaasa,+

      Baqaqaa isaa* nan supha,

      Diiggaa isaas nan haaressa;

      Akkuma isa bara duriitti deebisee nan ijaara,+

      12 Kunis, isaan isa Edoom irraa hafee+ fi

      Saboota maqaan koo itti waamame hundumaa akka dhaalaniifi’ jedha Yihowaan inni wanta kana raawwatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi