Isaayyaas 11:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Akkuma guyyaa Israaʼel biyya Gibxii keessaa baʼetti taʼe,Saba isaa warra hafanii fi achii baʼaniifis+ daandii guddaan+ Asoor keessaa baʼu tokko ni jiraata. Isaayyaas 27:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Guyyaa sanatti xurumbaa* guddaan tokko ni afuufama;+ warri biyya Asoor+ keessatti balleeffamuu jala gaʼanii turanii fi warri biyya Gibxii+ keessa faffacaʼan dhufanii gaara qulqulluu Yerusaalem keessa jiru irratti Yihowaadhaaf ni sagadu.+ Hoseʼaa 11:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Isaan yommuu Gibxii keessaa baʼan akka simbirrootti,Yommuu biyya Asoor keessaa baʼanis akka gugeetti ni hollatu;+Manneen isaanii keessa isaan nan jiraachisa” jedha Yihowaan.+
16 Akkuma guyyaa Israaʼel biyya Gibxii keessaa baʼetti taʼe,Saba isaa warra hafanii fi achii baʼaniifis+ daandii guddaan+ Asoor keessaa baʼu tokko ni jiraata.
13 Guyyaa sanatti xurumbaa* guddaan tokko ni afuufama;+ warri biyya Asoor+ keessatti balleeffamuu jala gaʼanii turanii fi warri biyya Gibxii+ keessa faffacaʼan dhufanii gaara qulqulluu Yerusaalem keessa jiru irratti Yihowaadhaaf ni sagadu.+
11 Isaan yommuu Gibxii keessaa baʼan akka simbirrootti,Yommuu biyya Asoor keessaa baʼanis akka gugeetti ni hollatu;+Manneen isaanii keessa isaan nan jiraachisa” jedha Yihowaan.+