LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani gaarotaaf nan booʼa, faaruu gaddaa nan faarfadha,

      Iddoowwan dheedichaa lafa onaatiifis faaruu gaddaa nan faarfadha,

      Isaan waan gubataniif namni tokko illee achi keessa hin darbu,

      Sagaleen horiis hin dhagaʼamu.

      Simbirroonni samii fi bineensonni bosonaa baqataniiru; deemaniirus.+

  • Faaruu Ermiyaas 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Magaalaan namootaan guutamtee turte, amma akkamitti kophaa teesse!+

      Ishiin saboota naannoo ishiitti argaman hundumaa caalaa namootaan guutamtee turte, akkamitti akka dubartii abbaan manaa irraa duʼee taate!+

      Ishiin mootuu koonyaawwanii turte, akkamitti hojii dirqamaa akka hojjettu godhamte!+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi