Hisqiʼel 34:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ani tiksee tokko, jechuunis tajaajilaa koo Daawitiin+ isaaniif nan kaasa;+ innis isaan ni soora. Innumti isaan ni soora, tiksee isaaniis ni taʼa.+ Hisqiʼel 37:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “‘“Tajaajilaan koo Daawit mootii isaanii ni taʼa;+ hundi isaaniis tiksee tokko ni qabaatu.+ Akka heera kootti ni deddeebiʼu; dambiiwwan koos of eeggannoodhaan ni raawwatu.+
23 Ani tiksee tokko, jechuunis tajaajilaa koo Daawitiin+ isaaniif nan kaasa;+ innis isaan ni soora. Innumti isaan ni soora, tiksee isaaniis ni taʼa.+
24 “‘“Tajaajilaan koo Daawit mootii isaanii ni taʼa;+ hundi isaaniis tiksee tokko ni qabaatu.+ Akka heera kootti ni deddeebiʼu; dambiiwwan koos of eeggannoodhaan ni raawwatu.+