Faarfannaa 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?+ Na oolchuu irraa,Iyya dhiphina koo irraas kan fagaatte maaliifi?+ Faarfannaa 74:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+ Mulʼata 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaanis, “Qulqulluu fi dhugaa+ kan taate yaa Gooftaa Ol Aanaa, warra lafa irra jiran irratti murteessuu fi dhiiga keenyaaf isaan irratti haaloo baʼuu irraa kan of qusattu hamma yoomiitti?”+ jedhanii sagalee guddaadhaan iyyan.
22 Yaa Waaqa koo, yaa Waaqa koo, maaliif na dhiiste?+ Na oolchuu irraa,Iyya dhiphina koo irraas kan fagaatte maaliifi?+
10 Yaa Waaqayyo, hamajaajiin hamma yoomiitti qoosa?+ Diinni hoo bara baraaf maqaa kee salphisaa jiraataa?+
10 Isaanis, “Qulqulluu fi dhugaa+ kan taate yaa Gooftaa Ol Aanaa, warra lafa irra jiran irratti murteessuu fi dhiiga keenyaaf isaan irratti haaloo baʼuu irraa kan of qusattu hamma yoomiitti?”+ jedhanii sagalee guddaadhaan iyyan.