LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 11:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Guyyaa sanatti Yihowaan, yeroo lammaffaadhaaf saba isaa warra hafan kanneen Asoor,+ Gibxii,+ Phaatros,+ Kuush,+ Eelaam,+ Shinaar,* Hamaatii fi odolawwan galaanaa irraa oolan deebifachuuf ammas harka isaa ni diriirsa.+

  • Ermiyaas 31:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan akkana jedha:

      “Yaaqoobiif gammachuudhaan faarfadhaa.

      Isin saboota kaan irra waan caaltaniif ililchaa.+

      Kana labsaa; jajannaa dhiheessaa,

      ‘Yaa Yihowaa, saba kee warra Israaʼel keessaa hafan oolchi’ jedhaa.+

  • Haagee 1:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Zarubaabel+ ilmi Saalaatiʼelii+ fi Iyyaasuun ilmi Yehozaadaaq+ lubni ol aanaan, namoonni kaan hundis sagalee Waaqa isaanii Yihowaa fi dubbii Haagee raajichaa ni dhagaʼan; sababiin isaas, kan isa erge Waaqa isaanii Yihowaa dha; sabichis Yihowaadhaan kan kaʼe sodaachuu jalqabe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi