13 Daawit Kebroonii erga dhufee booda Yerusaalem keessatti saajjatootaa+ fi haadhotii manaa dabalataa ni fuudhe; ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa dabalataas ni dhalche.+ 14 Ilmaan inni Yerusaalem keessatti dhalche kanneen kana dha: Shaamuʼaa, Shoobaab, Naataan,+ Solomoon,+