13 Kanaafuu, Saamuʼel miʼa gaanfaa zayitichaa+ fudhatee obboloota isaa duratti isa dibe. Hafuurri Yihowaas guyyaa sanaa jalqabee Daawitiif humna ni kenne.+ Sana booda Saamuʼel kaʼee gara Raamaatti+ qajeele.
58 Yeroo kanatti Saaʼol, “Gurbaa, ati ilma eenyuu ti?” jedhee isa gaafate; Daawitis, “Ani ilma tajaajilaa kee Issey+ isa nama Beetaliheem+ taʼe sanaa ti” jedhee isaaf deebise.