Yooʼel 2:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Guyyaan Yihowaa inni guddaanii fi sodaachisaan dhufuu isaa dura,+Aduun ni dukkanoofti, addeessis gara dhiigaatti ni jijjiiramti.+ 1 Tasalonqee 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Guyyaan Yihowaa*+ akkuma hattuun halkaniin dhufutti+ akka dhufu isinumti iyyuu akka gaariitti beektu. 2 Pheexiros 3:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+
31 Guyyaan Yihowaa inni guddaanii fi sodaachisaan dhufuu isaa dura,+Aduun ni dukkanoofti, addeessis gara dhiigaatti ni jijjiiramti.+
2 Guyyaan Yihowaa*+ akkuma hattuun halkaniin dhufutti+ akka dhufu isinumti iyyuu akka gaariitti beektu.
10 Taʼus, guyyaan Yihowaa*+ akka hattuutti dhufa;+ yeroo sanatti samiiwwan sagalee guddaadhaan ni darbu,+ wantoonni samiiwwanii fi lafti ittiin hojjetamanis hoʼa cimaadhaan ni baqu, laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.+