LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 11:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 ani lafa keessaniif yeroo isaatti bokkaa, jechuunis bokkaa birraa fi bokkaa arfaasaa nan kenna; atis midhaan kee, wayinii kee isa haaraa fi zayitii kee walitti ni qabatta.+

  • Zakkaariyaas 8:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 ‘Sababiin isaas, sanyiin nagaa ni facaafama; mukti wayinii firii isaa ni kenna; lafti oomisha ishii ni kenniti;+ samiinis fixeensa isaa ni kenna; ani warri saba kana keessaa hafan wantoota kana hundumaa akka dhaalan nan godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi