Maatewos 12:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Fariisonni garuu yommuu kana dhagaʼan, “Namni kun bulchaa jinniiwwanii Biʼeelzebuliin* yoo taʼe malee, jinniiwwan hin baasu”+ jedhan. Maarqos 3:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Barsiisonni seeraa Yerusaalemii dhufanis, “Biʼeelzebultu* isa keessa jira; inni jinniiwwan kan baasu bulchaa jinniiwwaniitiini”+ jedhu turan. Luqaas 11:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Haa taʼu malee, isaan keessaa tokko tokko, “Inni bulchaa jinniiwwanii Biʼeelzebuliin* jinniiwwan baasa”+ jedhan. Yohaannis 8:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Yihudoonnis deebisanii, “‘Ati nama Samaariyaa+ ti, jinniin si keessa jira’+ jechuun keenya sirrii mitii?” isaan jedhan.
24 Fariisonni garuu yommuu kana dhagaʼan, “Namni kun bulchaa jinniiwwanii Biʼeelzebuliin* yoo taʼe malee, jinniiwwan hin baasu”+ jedhan.
22 Barsiisonni seeraa Yerusaalemii dhufanis, “Biʼeelzebultu* isa keessa jira; inni jinniiwwan kan baasu bulchaa jinniiwwaniitiini”+ jedhu turan.
15 Haa taʼu malee, isaan keessaa tokko tokko, “Inni bulchaa jinniiwwanii Biʼeelzebuliin* jinniiwwan baasa”+ jedhan.
48 Yihudoonnis deebisanii, “‘Ati nama Samaariyaa+ ti, jinniin si keessa jira’+ jechuun keenya sirrii mitii?” isaan jedhan.