Yohaannis 18:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis Yesuusiin Qayyaafaa biraa gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti geessan.+ Yeroon isaas ganama barii ture. Isaan garuu utuu hin xuraaʼin Faasikaa nyaachuu akka dandaʼaniif, ofii isaaniitii mana bulchaa sanaa hin seenne.+ Hojii Ergamootaa 10:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Yihudiin tokko nama qomoo kan biraa wajjin michuu taʼuun yookiin itti dhihaachuun akka isaaf hin heyyamamne+ akka gaariitti beektu; taʼus nama tokkoon illee xuraaʼaa yookiin qulqulluu kan hin taane akkan hin jenne Waaqayyo natti argisiiseera.+ Hojii Ergamootaa 11:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, yommuu Pheexiros gara Yerusaalemitti ol baʼu, namoonni dhaqna qabaa deggeran+ isa ceephaʼuu* jalqaban; 3 “Ati mana namoota dhaqna hin qabannee seentee isaanii wajjin nyaatte” isaan jedhan.
28 Achiis Yesuusiin Qayyaafaa biraa gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti geessan.+ Yeroon isaas ganama barii ture. Isaan garuu utuu hin xuraaʼin Faasikaa nyaachuu akka dandaʼaniif, ofii isaaniitii mana bulchaa sanaa hin seenne.+
28 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Yihudiin tokko nama qomoo kan biraa wajjin michuu taʼuun yookiin itti dhihaachuun akka isaaf hin heyyamamne+ akka gaariitti beektu; taʼus nama tokkoon illee xuraaʼaa yookiin qulqulluu kan hin taane akkan hin jenne Waaqayyo natti argisiiseera.+
2 Kanaafuu, yommuu Pheexiros gara Yerusaalemitti ol baʼu, namoonni dhaqna qabaa deggeran+ isa ceephaʼuu* jalqaban; 3 “Ati mana namoota dhaqna hin qabannee seentee isaanii wajjin nyaatte” isaan jedhan.