-
Yohaannis 14:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Kana malees, Abbaan karaa Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan kam iyyuu ani isiniif nan raawwadha.+
-
-
Yohaannis 16:23, 24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Guyyaa sanatti isin gaaffii tokko illee na hin gaafattan. Dhuguma dhuguman isiniin jedha, isin wanta akkamii iyyuu Abbaa yoo kadhattan,+ inni maqaa kootiin isiniif ni kenna.+ 24 Isin hanga ammaatti waan tokko illee maqaa kootiin hin kadhanne. Gammachuun keessan guutuu akka taʼuuf, kadhadhaa ni argattu.
-