Luqaas 12:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 “Mudhii keessan hidhadhaa;+ ibsaa keessanis ibsaa;+ Filiphisiyus 2:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+
15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+