Maatewos 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 “Kana malees, Mootummaan samii durboota kudhan misirricha+ simachuuf ibsaa+ isaanii fudhatanii gad baʼanii wajjin wal fakkaata. Filiphisiyus 2:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+
25 “Kana malees, Mootummaan samii durboota kudhan misirricha+ simachuuf ibsaa+ isaanii fudhatanii gad baʼanii wajjin wal fakkaata.
15 kunis dhaloota jalʼaa fi micciiramaa+ kana gidduutti ijoollee Waaqayyoo+ warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota akka taataniifi; addunyaa kana keessattis akka ibsitoota ifaatti ifaa jirtu;+