LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Labsii Yihowaa nan labsa;

      Inni akkana naan jedhe: “Ati ilma koo ti;+

      Ani harʼa si dhalcheera.+

  • Maatewos 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Sagaleen tokkos samiiwwan irraa,+ “Kun Ilma koo+ isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha”+ jedhe.

  • Luqaas 3:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 hafuurri qulqulluun bifa qaamaatiin akka gugeetti isa irra buʼe; sagaleen, “Ati Ilma koo isa jaallatamaa dha; ani sitti nan gammada”+ jedhus samii irraa ni dhufe.

  • 2 Pheexiros 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Inni yeroo jechoonni,* “Kun Ilma koo isa jaallatamaa, isa ani ofii kootii itti gammadu dha”+ jedhan ulfina guddaadhaan isatti dubbatamanitti Waaqayyo Abbaa biraa ulfinaa fi kabaja argateera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi