LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 23:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+

      Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.*

       5 Ija kee yommuu irra buufattu, inni achitti hin argamu,+

      Sababiin isaas, inni qoochoo* akka risaa baasee gara samiitti barrisa.+

  • Maarqos 10:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yesuus naannoo isaa erga ilaalee booda barattoota isaatiin, “Namoota maallaqa qabaniif Mootummaa Waaqayyootti galuun akkam rakkisaa dha!”+ jedhe.

  • Luqaas 18:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yesuusis namicha ilaalee akkana jedhe: “Namoota maallaqa qabaniif Mootummaa Waaqayyootti galuun akkam rakkisaa dha!+

  • 1 Ximotewos 6:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warri sooressa taʼuuf kutatanii kaʼan garuu qorumsaa fi kiyyoo+ keessatti kufu; kana malees hawwii hedduu faayidaa hin qabnee fi miidhaa geessisu, akkasumas badiisaa fi mancaʼiinsatti nama galchu keessatti kufu.+

  • 2 Ximotewos 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, Deemaas+ sirna* ammaa kana jaallatee na dhiisee gara Tasalonqee deemeera; Qeerqis gara Galaatiyaa, Tiitoon immoo gara Dalmaaxiyaa deemaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi