Qolosaayis 4:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ogeessa fayyaa jaallatamaa kan taʼe Luqaas+ nagaa isiniif dhaameera; Deemaasis+ nagaa isiniif dhaameera. Fiilmoon 23, 24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ephaafraan+ inni Kiristoos Yesuusiif jedhee akkuma koo hidhamee jiru nagaa siif dhaameera; 24 Maarqos, Arisxaarkos,+ Deemaasii+ fi Luqaas+ warri anaa wajjin hojjetan nagaa siif dhaamaniiru.
14 Ogeessa fayyaa jaallatamaa kan taʼe Luqaas+ nagaa isiniif dhaameera; Deemaasis+ nagaa isiniif dhaameera.
23 Ephaafraan+ inni Kiristoos Yesuusiif jedhee akkuma koo hidhamee jiru nagaa siif dhaameera; 24 Maarqos, Arisxaarkos,+ Deemaasii+ fi Luqaas+ warri anaa wajjin hojjetan nagaa siif dhaamaniiru.