LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yesuus namoota 12n kanaaf qajeelfama akkana jedhu kennee isaan erge:+ “Daandii gara saboota kaaniitti geessu irra hin deeminaa; akkasumas magaalaa warra Samaariyaa+ kamitti iyyuu hin seeninaa; 6 kanaa mannaa, gara hoolota mana Israaʼel keessaa badanii qofa dhaqaa.+

  • Maatewos 15:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Innis deebisee, “Daabboo ijoollee fuudhanii buchulloota jala buusuun sirrii miti” jedhe.

  • Roomaa 9:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 isaan Israaʼelota dha. Waaqayyo akka ilmaan isaatti kan guddise,+ ulfina kan argatan, kakuun kan galame,+ Seerichi kan kenname,+ tajaajila qulqulluu dhiheessuuf mirga kan argatanii+ fi waadaan kan galame+ isaaniif ture.

  • Efesoon 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isin yeroo sanatti saba Israaʼel irraa fagaattanii, kakuu waadaa sanaatiif+ keessummoota taatanii Kiristoos malee jiraachaa turtan; addunyaa keessattis abdii malee fi Waaqayyo malee jiraachaa turtan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi