LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 17:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis Yesuus jinnii sana ifate; innis mucicha keessaa ni baʼe, mucichis saʼaatii sanaa jalqabee ni fayye.+

  • Maarqos 1:23-25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yeroo kanatti namni hafuura xuraaʼaadhaan qabame tokko mana sagadaa isaanii keessa jira ture; inni akkana jedhee iyye: 24 “Yaa Yesuus nama Naazireet, nuyii fi ati maal wal irraa qabna?+ Nu balleessuu dhuftee? Ati Qulqullicha Isa Kan Waaqayyoo taʼuu kee sirriittan beeka!”+ 25 Yesuus garuu, “Cal jedhi, isa keessaas baʼi!” jedhee isa ifate.

  • Luqaas 4:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 “Yaa Yesuus nama Naazireet,+ nuyii fi ati maal wal irraa qabna? Nu balleessuu dhuftee? Ati Qulqullicha Isa Kan Waaqayyoo taʼuu kee sirriittan beeka.”+ 35 Yesuus garuu, “Cal jedhi, isa keessaas baʼi” jedhee isa ifate. Kanaafuu, jinniin sun namicha gidduu isaaniitti kuffisee utuu isa hin miidhin isa keessaa baʼe.

  • Hojii Ergamootaa 10:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 waaʼeen Yesuus isa nama Naazireet, Waaqayyo hafuura qulqulluu fi humnaan akkamitti akka isa dibe,+ akkasumas Waaqayyo isaa wajjin waan tureef+ wanta gaarii hojjechaa fi namoota Diyaabilosiin cunqurfaman hundumaa fayyisaa+ biyyattii keessa akka naannaʼe ni odeeffama ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi