Maatewos 10:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Warra foon ajjeesuu malee lubbuu* ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa;+ kanaa mannaa, isa lubbuus taʼe foon Gahaannam* keessatti balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.+ Maatewos 23:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Bofootaa fi ilmaan buutii nana,+ isin murtii Gahaannam*+ irraa akkamitti ooluu dandeessu? Luqaas 12:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Garuu isa sodaachuu qabdan isinitti nan argisiisa: Isa erga ajjeesee booda Gahaannam* keessatti darbachuuf aangoo qabu sana sodaadhaa.+ Eeyyee, ani isinitti nan hima, isa sodaadhaa.+
28 Warra foon ajjeesuu malee lubbuu* ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa;+ kanaa mannaa, isa lubbuus taʼe foon Gahaannam* keessatti balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.+
5 Garuu isa sodaachuu qabdan isinitti nan argisiisa: Isa erga ajjeesee booda Gahaannam* keessatti darbachuuf aangoo qabu sana sodaadhaa.+ Eeyyee, ani isinitti nan hima, isa sodaadhaa.+