LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 3:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis maleekaan Yihowaa labooba ibiddaa harangamaa* tokko gidduu jiru keessaa isatti mulʼate.+ Innis xiyyeeffatee yommuu ilaalu, harangamaan sun bobaʼaa kan jiru taʼus, akka hin gubanne arge.

  • Baʼuu 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Itti dabaluudhaanis, “Ani Waaqa abbaa keetii, Waaqa Abrahaam,+ Waaqa Yisihaaqii+ fi Waaqa Yaaqoobi”+ isaan jedhe. Achiis Museen Waaqa dhugaa ilaaluu waan sodaateef, fuula isaa ni dhokse.

  • Maatewos 22:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Duʼaa kaʼuu warra duʼanii ilaalchisee wanta Waaqayyo akkana jedhee isinitti dubbate hin dubbisnee?

  • Luqaas 20:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Warri duʼan akka duʼaa kaʼan garuu, Museen iyyuu seenaa waaʼee harangamaa bobaʼuu dubbatu keessatti, ‘Waaqa Abrahaam, Waaqa Yisihaaqii fi Waaqa Yaaqoob’+ jedhee Yihowaa* waamuudhaan ifa godheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi